3. Adeemsaa Dublliin saddii (biyyaa gamttaa Awroopaa birraa keessaa hajjaa dabaru)

Toutes les versions de cet article :

[ Dernier ajout : 21 mars 2019 ]

Gaffii maxanttuummaa nama tokkoo qorachuuf itti gafataman issaa biyyaa awroopaa tokkoo qoffaaf kenamee.

Iniiniis kam akka ta’ee seeraa Dublliin saddii itti kan murta’ee dha.

  • Warqaa polliisii biyyaa awroopaa kan itti seentan duraan kan issiin gafatee
  • vizaa yookaan warqaa jirachuumaa mootuumaan hayamaa isiinf kenee fi safarttii birraas yaadamuu nii dande’aa (fakenyaaf Uumattaa heduminan xiqaa ta’ee walhidha mattii).

3-1. Seeraa faransaayii kan ta’ee gaffii maxanttuumma kan irraa fudhuu biyyaa kam akkaa ta’ee kan murtteesuu preefeekuturii dha.

Ininiis wanaa kanan gadii qorachuu dha.

Nama garaa preefeekuturii hin deemnee fayiillii Eurodac keessaa berrefamuu fiiberrefamuu bachuu isaa bekuu hin dandee’aamuu. Iniiniis yoo godanttoonii argaman biyyaa keessaa itti darban ashaaraa harkaa fayiillii keessaa osoo hin barefanan hafee jiiraa tasaan jedhuu wan jiruuf.

Beeksisaa: preefeekuturiin belleemaa duran ashaaraa harkaa nii fudha. Kunis dirqamaa wan ta’eef. Nama ashaaraa hin qabne jedhee adeemsaa ariitii keessaa godhamaa (procédure accélérée) (fiche 2-1).
  • Biyyaa gamttaa Awroopaa biraa keessaa turuuf vizaan keenamee jechunis Visabio kan jedhamuu fayillii odeefannoo ilalemaa
  • Preefeekuturii dhan kan kenamee jechaa ragumaa (fiche 2-1) akasuumaas PADAn kan katabamee warqaa odeefannoo (fiche 1) nii qoratamaa. Hangaa biyyaa farnsaayii gesaniitii karaa akamiti akkaa dhuftan wana ibsiitanii akasuumaas yoo paspoortii qabdan hajjaan vizaa wan itti jiruu preefeekuturii dhan xiyeefannoo addaa kenamaa.

Biyyaa gamttaa awroopaa birraa darbuu keesan mirkaneefamuu yoo dande’ee adeemsii Dublliin keessaa nii godhamaa. Yoota’ee koobaa kesaniitii walgahii isiinf godhamaa. Daballuu dhan afaan isinittii galutiin kan katabame wa’ee adeemsaa Dublliinii warqaa odeefannoo preefeekuturii isiiniif kennuu qabaa.

Gaffii maxanttuummaa qorachuuf itti gafatamumaa keenamuu battuus biyyaa farnsaayii qorchuu nii dandessii. Sababaa kanan gaffii maxanttuummaa akkaa qorattuu irraa fudha’uu kan godhuu Preefeekuturiif odeefannoo dande’aamee hundaa keennuu qabdanii.

Fakenyaf

  • duran vizaa mottuumaa faransaayii tiin kenamee yookan hayaaa jiirachuuma biyyaa farnsaayii keessaa halaa seeraa tiin kan jiiratan
  • gaffii maxanttuummaa dhiyesan yookan hayamaa jiiraachuuma biyyaa faransaayii keessaa halaa seeraattiin kan jiraatan l 
  • gaffii maxanttuummaa dhiyeesan hayamaa maxanttuummaa kan keenameef miisensaa mattii keesan jirachuu isaa biyyaa gamtaa Awroopaa itti de’eeyaa jedhamtan keessaa rakkoo yoo isiniitii gahee.
Beeksisaa : hogaa wigahiin isiniif godhamuu odeefannoo sanaa yoo dhiyeesitan odeefannoo sun « recommandé avec accusé de réception » jedhamuun xalyyaa preefeekuturiif akka ergamtan isinii yadchiisna. Iniis odeefannoo saniin mirkaneesaa akkaa qabuu adeemsaa Dublliin keessaa godhamuu murttiin kanan gadii gaffii oliyannoo yoo dhiyeesiitan abukattooniis ta’uu waldan namaa isin gargaaruu danda’u odeefannoo ta’aa.

Gamaa birraatiin odeefannoo akkaa keniitan kan mirkaneessuu yookaan ragaa akka qabdan nama wadaa galuu wajjiin garaa preefeekuturii deemmuu nii dandesanii.

3-2. Akkaataan gaffii maxanttuummaaittii

Umamuu akkaataa adeemsaa Dublliinii umamuuitti jii’aa bayee fudhuu nii danda’a. Gidduuttii garuu

  • biyya faransaayii keessaatii gaffii maxanttuummaa dhiyesuu hin danda’aanii. « Adeemsaa Dublliin » kan jedhamuu aodeefannoo gaffii maxanttuummaa addaa preefeekuturii dhan isinif kenama.
  • CADA keessaa mirgaa baka jirenya alaa gaffii maxanttuummaa walqixaa mirgaa isinif kenamaa. ininis nama gaffii maxanttuummaa dhiyesuuf gargaarsaa malqaa, walaansaa fii ijooleef tajaajiila barnnotaa dha.
  • Adeemsii hanga xumuramuu hidha dhabataan isinitii murta’uu danda’a. Ininis al tokkof debi’uu ji’aa 6 dha. Yookaan itiigafatamuumaa gaffii maxanttuummaa biyyaa irraa fudhatan akka debiyeen jechuudhan baka turtii qopa’ee ta’uu nii danda’a.

Biyya ittii gafatamumaa ittin kenamee yoo toolee jedhee ergee bodaa murtii jiijiiramuu nii danda’a. Murtii kanas mana murtii bulchinsaan mormuu nii dandesan.

Guyyaa murta’ee kanaatii ofegadha:
  • bakka turtii yookan hidha dhabatan yoo godhamtan murttii jiijiiramaan isiniif kenamee bodaa sa’atii 48 keessaa guyyaa murta’eetii mana murtiif gafii oliyannoo dhiyesuu qabdanii. Guyyan murta’ee kun hanga dhumuu fii murtiin abban seeraa hanga dhufuu murtiin jiijiiramuus hin mirkanau.
  • yookan mana murtii bulchinsaaf guyyaa murta’ee 15 keesaa itti olyannoo dhiyesuu kesan. Manii murtiis murtii bekuuf guyyaa 15 guyya murta’ee qaba.

Yoo murtii jiijiiramee mormiitan biyii isin ergee keessaatii rakkoon yoo isinitii gahee yookaan nama gafii maxanttuummaa dhiyesef halii gariin akka hin jiree ibsuu qabdanii. Sababiniis rakkoo mootummaa jechuuf gafiin oliyannoo tolaa ta’uuf gargaruu nii danda’a.

Akka abokattoon isinf ramadammuu dureta’aa mana murtiin bulchinsa gafachu nii dandaan.

Beksissaa: Biyyii baka itti debitan yoo toolee jedhee jii’aa 6 keessaa yoo hin jiijiiramne gafii maxanttuummaa qorachuuf debii’ee biyyaa farnsayii kenama. Isinis debitanii gara PADA deemuu nii dandesanii.

Yoo mana hidha tatan guyyaan murta’ee jii’aa 12 ta’aa. Preefeekuturii isin wamee yoo yeroo tokko ol haftan jelaa bedudhan jedhmee guyyaan murta’ee jii’aa 18 ta’aa.

Beeksisaa : murtiin jiijiiraman odeefannoo kana dhiyesitan jii’aa 6 guyyaa murta’eetii dhabata yoo gaffiin kufaa godhamee guyyaa barefamee guyyaan murta’ee baka dhabetee irraa debii’ee jalqaba.

[retour en haut de page]

Dernier ajout : jeudi 28 février 2019, 19:06
URL de cette page : https://www.gisti.org/spip.php?article5370