2. GUDA kan jedhamuu birroo koba gaafii maxanttuummaa keessaa addeemsii durran godhammuu (preefeekuturii fii Ofii)

Toutes les versions de cet article :

[ Dernier ajout : 21 juillet 2016 ]

2-1. Namootaa preefeekuturii keessaa gaffii maxanttummaa dhiyesan gocha addan basuuf (adeemsaa dibilee fii adeemsaa arriitii)

Isin irra fudhatammuu PADA (fiche n°1) demtanii bodaa garaa Preefeekutii demmu isini itti jiraa ininis guyyaa xalyyaan yamttuu irraatii akkaa berreefametii. Preefeekutrii guyyaa 3 keessaa yoo hedduumates guyyaa 10 keessaa isinif bellemmaa kennuu qaba.

Beeksisaa : bellmmaa irraa akka hin hafnee inninis bellmmaa birraa argechuuf bayee rakisisaa dha.

1. Eurodac [1] fayillii jedhammuu keessaa jirachuu kesan mirkaneessfa Preefeekuturii asharaa harkaa keesan nii fudha. Graa biyyaa Awroopa biraa demmuu kessaan mirkaneessuuf preefeekuturii qorannoo adda adda waan birraa irrattii nii godha. Gaafiin karaa akkamiitii akka dhuftan isin egaa. Paaspoortii nii laalamaa biyya awroopaa birra irra viizaa yoo qabatani mirkanessuufii akassumas odefannoo dhiyyeesitan birraa nii laalamaa suunis biyya Awroopaa birra irra akka argamtanii mirkaneessuufii.

Beeksisaa : Paaspoortii (maltoo enyumaa) yoo hin qabnees preefeekuturii wadda galuu dhan wanaa isin jetan oddefannoo katabuu qabaa.
  • Asharraan harkaa keessaan yookan biyyaa Awroopaa birraa duran argamtanii kan jedhuu oddefannoo birraa yoo argamee addeemsaa Dublliinii keessaa godhaman (fiche n°3).
  • Biyyaa awroopaa birraa irraattii Preefeekuturan oddefannoo yoo isin irraa hin arganee biyyaa faransayii keessaa gaafii maanttuummaa dhiyesuu nii danesanii.
Beeksisaa : nammoonii garaa preefeekuture hin deemnee fayiillii Eurodac keessaa katabammuu isaa bekuu hin dandayaanii. Godanttoonii yoo argamaniis Biyyaa keessan darban (Biyyaa Xaliyyaanii, Hangaarii, Griikii fii kan kan fakaatanii) asharaan harkaa osoo hin katabamin fayiillii keessaa yoo hafee jedhee.
Beeksisaa : asharaan harkaa yoo preefeekuturiif kenuu didee addeemsaa arrittii dhaan rawataman kanaan gadii ilalaa.

2. Preefeekuturii Afaan isinif galutiin gaafi maxanttuummaa dhiyyeesaniif waldaa isin garaaruu akassummaas maqa issaa fii bakaa ittii argammuu balinan isinif kennuu qabaa [2]. Hikkaan wajiirraa saytii kana irraa argammaa.

Beeksisaa : bakaa itti argamtan yookan sanduuqaa postaa yoo jijirtan daftanii preefeekuturiif beeksiisuu qabdanii. Beeksistuuniis « Recommandé avec accuse de réception » jedhu xalyyaa erguu qabdanii.

3. Adeemsaa jiran keessaa tokkotiin godhamtanii akkataan adeemsaas « dibile », « arriitii » fii « Dublliinii» jedhamanii.

Addeemsaa arriittiidhan sensiisuuf kanaan gadiitiin:

  • Asharaa harkaa yoo hin keeniinee yookan kan hin dubiifamnee yookkan yoo badee.
  • Malattoon enyumaa yoo forjiidii ta’ee preefeekuturii yoo isin irraa argatee.
  • karraan itti dhuftan yoo oddefannoo soba ta’ee preefeekuturii yoo isin irraa argattee.
  • Biyyaa faransayyii keessaattii sentanii guyyaa 120 ollii darbee jetanii yoo dubatanii.
  • Poliisii dhan qabamtanii xalyyaa biyyaa gadhissaa (OQTF) isini kenamee bakaa itti turtan yoo isin kenemtan ta’uumssaa.

OFPRAn addeemsaa kanaan gaddiitiin arriittii dhan isinf seensisaa:

Beeksisaa : nammoonii addeemsaa arriitii irraa jiran karaa dibelee naramadaa jechuu hin dandaanii addeemsaa kanaa moormmu kan dandauu manaa murtii mirgaa maxanttuummaa Cour nationale du droit d’asile (CNDA)birraa qofaa.
Beeksisaa: addeemsaa arriittii keessaa rawatamuu yoo soba taee addeemsaa dibelee keessaattii naaf seensisaa jetanii OFPRAf xalyyaa erguu nii dandesanii
Beeksisaa : addeemsii arriittiin isinif gaarii mittii.

Gaffii keessaaniif debii keenuuf guyyaa 15 qofaa waan tauuf gaafii isin gaafachuuf belleemmaa osoo hin qabin addeemsii xummuuramuu nii dandeyyaa yoo hin yaamamnee seennaan kesan afanin ragaa keennuu waan hin dendeenyef gaafii maxanttuummaa OFPRA hallaa gaariitiin guuttuu isin irraa jirraa (fiche n°4-2).

Gaffiin maxanttuummaa OFPRA dhan yoo kuffaa godhamee CNDA olliiyyannoo kesan kan laluu Abaan serraa tokkoo qofaa ta aa addeemsaa dibelee ittii Abaan serraa 3 yoomuu ta’uu akkassuummas abaan serraa kun murttii kennuuf jiiaa 5 osoo hinqabiin Torbaan 5 keessaatii beeksisuu qabaa. Yeroo gabaabaatii gaafii keesan qorattuu qabaa.

4. Gaffii maxanttuummaa dhiyeesu kesanif warqaa odeefannoo isinif kenamaa

Beeksisaa : saddaasa 15 \2015 duraa gaffii dhiyeesanf duraan reesipesii kan jedhamuu iddoon jirenya yerodhaf adeemsii ittiifufaa.

Adeemsa kamiyuu kessaattii jirran jechuus Dibelee, arriitii yookana Dublliinii keessaa sennuu jiiaa tokkofii warqaa odeefannoo gaffii maxanttuumma ittin gafatan preefeekuturii isinif kennuu qabaodeefannoo. Gaffii maxanttuummaa dhiyeesu kesan waan mirkanessuf orjinallii yookan kopi isaa qabdanii Polliisiin yoo isin gaftee Harkan qabdanii agrsisuu qabdanii.

Guyyaa wamamtaniitii warqaa akkaa harawafamuu garaa Preefeekuturii debii uu qabdan waraqa gaffii maxanttuummaa itti dhiyeesitan beeksistuu:

Beeksisaa : warqaa odeefannoo wajiin warqaa yamttuu guyyaa bellemmaa irratii brefamee Preefeekuturii isinif kennaa. Guyyaa itti wamamtan itti guyyaa gaffii maxanttuummaa gaftan yoo isin irraa dabrees mirgii kesan isinif egamaa.

Adeemsii dibelee yoo ta’ee odeefannoon lamafaa jii aa 9 tajaajillaa kennu Adeemsii yoo dhumees kanittiifufu jii aa 6 ta’aa. Adeemsii arriitiin yoo ta’uu odeefannoon 6 yeroo tajaajillaa yoomu qabu adeemsii yoo dhumees kan ittifufu jii aa 3 ta’aa.

Beeksisaa : Preefeekuturii tokko tokkotii fakenyaf Parisii keessaatii warqaa odeefanoo debiin Ofpra egaa jiruu warqa kesan yoo yeroon irraa dhumaa jiruu yeroon dhumaa osoo hin gahin guyyaa15 duraa Preefeekuturii bira demtanii warqaa haromsistuu gafahuu qabdanii.
Beksisaa: gaffii kesan OFPRA yoomuu dhiyeesitan recommandé avec accusé de réception jedhamutiinii Manaa postatiin ergaa. sunis dhiyeesu kesan odeefannoo akka qabufii. akka barbachisaatii gaffii gafatanii odeefannoo kan tau u karnii postaa qabdanii garaa pree feekuturii demuu dandesanii.

CNDA tiin oliiyannoo yoo dhiyeesitan warqaan odeefannoo gaffii maxanttuummaa kan harowfamuu gaffiin oliiyannoo gehuu isaa wajiiraaf warqaa odeefannoo agarsisutii qofaa.

Beeksisaa : Beeksisaa warqaa gaffii maxanttuummaa ittin dhiyeesitan Biyyoota Awroopaa birraa itti de’uuf mirgaa hin kennuu.

Gaffii yeroo lamdaf naa haa qoratamuu jedhuuf Preefeekuturii warqaa odeefannoo kennuuf diiduu nii dandeaa. Didaan isas mana murtii bulchiinsa himtaa ialqauu nii dande’aa.

Gaffii maxanttuummaaf OFPRA tiin yoo kufaa godhame yookan irraa hin fudhamnee (fiche n°4-1) warqaan gaffii maxanttuummaa hin harowfamuu.

5. Dhummaa irraatiis Ofpran warqaa preefeekuturii dhan kan gutamuu isinif kennuu qabaa.

2-2. Ergamaan Ofii (Faransayii namoottaa biyyaa allaa yookan godantootaa ofiisii irraa fudhatamuu)

Ofii kan mottuumaa ta’ee mirga keessaaniif odeefannoo isinf kennuu iddo jiirenya fii gaffii maxanttuummaa dhiyeesanif gargaarsaa malqaa (ADA) fii hajjaa hordofuu ergamaa kennuu jirraa.

Beeksisaa : araa Ofii yomuu demtan waliigaltee gargaarsaa malteesuu ni dandesan waliigaltee kanan iddoo jiirenya fii gaffii maxanttuummaa dhiyesanif gargaarsaa malqaa isinif kenamaa. Waliigaltee kanaa yoo hin malteesiinuu yoo jatan gargaarsii isinif hin kenamuu.

1. Wa’ee iddo jirenya

Ofiin propozalii iddo jirenya isinif godhuu qabaa ininis akkataan godantoonii maxanttuummaa dhan gaffii dhiyesaniif Bakii irraa fudhatamuu (Cada), keessaa kutaa maxanttuummaa dhan yeroo dhaf iddo ittii jiratan (AT-SA kampii arriittii) keessaa yookan gaffii maxanttuummaa dhiyesan bakii kampii arriittii (Huda). Ta’uu nidandayaa isinif bakaa argachuuf fayiillii DN@ (Cadan bakaa fayillii bulchinsaa sabttaa) mirkanefamaa.

Ofiin isinif kampii tokkoolee yoo hinarganee garaa PADA akka debitan isin gafataa. Arrittii dhan bakaa ittin bultan akka argitan 115 bilibilaa jedhamtanii.

Kampii yookan iddo jirenyan seeraa fii heraa bulchinsaa isaan yoomuu qaban dirqamaa muraasaas nii qabanii (ergamaan isaa balinan) hojjiin bulchiinsaa, wala’aansaa fii Hawasaa (seeraa fii heraa giduugalessaa haa illaluu).

2. Iddo postaa

Adeemsaa kanaf jetanii dabataa giduugalessaa keessaa jiraachuu kesan ittii fayadamuu niidande’aa. Giduugalesii warqaa odeefannoo iddo postaa ittigafatamaan giduugalessaa katabee isinif kennaa

Bakaa jirenya dhabata te’ee yoo isinif hin ramadamnee akka isinif gehuu fii iddo postaa akka isinif kenamuu garaa PADA (fiche n°1) deemuu nii dandesan.

Beeksisaa : yeroodhan akka xalyaan gehuu fii gehuu batuu isaa mirkanessuu qabdanii (Torbaan keessaa all tokkoo). Jii’aa tokkoof PADA yoo hin dhufnee sanduqnii postaan isaa cufamuu nii dande’aa4.
Beeksisaa : iddo postaa nama fayadamuu nii dandesanii. yoo kana ta’ee bakaa itti jiraatan osoo hin ta’iin xalyaan akka isinif gehuu baka qofaa ibsuu qabdanii.

3. Gaffii maxanttuummaa dhiyesanif gargaarsaa malqaa (ADA)

PADAn wa’ee ADA warqaa odeefannoo isinif kennaa. Malqnii ADA transfarii dhan isinif ergamuu lakkoofsii bankiin warqaa odeefannoon (RIB) isinif kennuu. Wan qabdaniif garaa preefeekuturii osoo hin demiin duraa Banque Postale kan jedhamuu. Manaa postaa keessaa tajaajiillaa bankii dhan lakkofsaa bannaa jechudhan isin beeksisuu nii barbanaa.

Lakkofsaa bankii bannuuf odeefannoo gaffii maxanttuummaa warqaa dhiyesitanii fii iddo postaa nii barbachiisaa. Yoo rakkoon jirattee PADAf giduugalesaa itti jiratan hojattoonii akka isinf gargaarsaa godhan gafedhaa.

ADA nama koobaf guyyaa tokkof 6.80 euros ta’aa. Hadhamanaa fii ijjoolleef nama tokkof guyyan euros 3. 40 nii idaa’aamaaf.

ADA keessaa ramadamuf wana barbachiisuu :

Adeemsii gaffii maxanttuummaa dhumee warqaa Ofpra (CNDA) murttii beeksistuu hogaa isinif kenamee bodaa hangaa jii’aa tokkoo ADAn isinif kennaa. Adeemsaa Dublliin jalaa godhaman hanga jiijiiramanii. Gaffii maxanttuummaa debii’ee naf haqortamuu nama jedhuuf ADA hin kennuu

Wa’ee kanan gadii yoo aramtan ADA isin irraa dhabuu nii dandee’aa:

  • osoo sababaa tokkootin ramadii bakaa jirenya yoo didan
  • preefekuturii yookan ofiin isini wamee yoo tokkoo fii yeroo bayee yoo haftan
  • Sababaa osoo hin qabin guyyaa 5 bakka jirenya keessaa yoo hin bullee. Sababaa kamiyyuu yoo ADA dhistan sababaa isaa wajjiin xalyyaan beeksiisuu qabdanii.

Wa’ee ADA odeefannoo beekuf bilbill Ofii lakkoofsaa gidgaleessaa 01.41.17.73.23 dha.

4. Nama rakattuu danda’uu

Rakkoof saxiilaa [3] ta’uu gaffii maxanttuummaa dhiyesuu ta’uu isiin yookaan ta’uu batuu batuu addan basuuf Ofiin kobaa kesan isiin yamaa. Fakenyaf rakkoo kan jennuu Qama midhamaa fii Haatii Ulfaa fii dhukubsataa ta’uu nii dandee’aa.

Bakkaa jireenyaa akka ramadamuuf duran kenamaaf akkasummas bakkii wan kanaf toluu ta’ee tajajiillaa akkaa kennuu ta’uu qabaa

Beeksisaa : odeefannoon sunii Ofpraf darbuu nii dande’aa.

Notes

[1Eurodac (Duubblliin Heerraa 3 haatauu jechuudhan Gurmmiin Awroopaa Goddanttootaa dangaa biyyaa allaa hoogaa qaxaammuran barrefaman Fayiillii ashaarraa harkkaa - fiche n°3)

[2Attention: heerrii Preefeekuturii yoo isinif hin kenemnee addeemsaa dubblliin garaa awroopaa birraa isin dabarsuf murttii kufaa godhaf abbukattoo fayeedammuu indandeyyaa. Gaffiin maxanttuummaa kan qoratamuu yoo biyyaa farnsayii ta’ee. Heerii naf hin kenemnee jetanii ofpra fii CNDA iffaa godhuu qabdanii

[3Warqaan wa’ee kanaf jedhamee kan gutammuu jiraa (wa’ee matii fii hawasaa. Wa’ee bakkaa jirenya barbachiisaa ta’uu tajaajiilaa kan gutammuu qabuu wa’ee fayaa isatiin gaffii murasaa walliin qabaa).

[retour en haut de page]

Dernier ajout : mercredi 8 juin 2016, 15:50
URL de cette page : https://www.gisti.org/spip.php?article5369